August 2024

nagenyaa

Manni marchaa boordii damee investimentii olaantummaan hoogganu raggaasise.

Manni marchaa boordii damee investimentii olaantummaan hoogganu raggaasise. Harar, Hagayya 22, 2016 (W.DH.K.M.N.H) Manni marii naannoo Hararii boordii damee investimentii olaantummaan hoogganu raggaasise. Manni marii bulchiinsaa naannoo Hararii dambii boordii investimentii hundeessuuf qophaaye irratti ballinaan erga mari’atee booda dambicha raggaasisuun hojiirra akka oolu murtii dabarseera. Danbichi kan ragga’e naannichatti danbiin sirna itti gaafatama damee investimentii […]

Uncategorized

Ibsa Mana Marii Nageenyaa Naannoo Hararii irraa kenname.

bsa Mana Marii Nageenyaa Naannoo Hararii irraa kenname. Manni Marii Nageenyaa Naannoo Hararii dhimmoota haala yeroo naannoo ilaalchisee ibsa baase. Guutummaan ibsichaa akka armaan gadiitti dhihaateera. Nagaan qabeenya guddaa harka hunda keenyaa jiru akka ta’e beeknee sirnaan kunuunsinee itti haa fayyadamnuu. Kabajamtoonni jiraattoota baadiyyaa fi magaalaa naannoo keenyaa, abboottii amantaa, maanguddoonni, Abboottii Gadaa, hojjetoota mootummaa,

Uncategorized

“Namni biyyasaaf gatii baase eeynuyyuu taanaan kan kabajamedha”

Bu’urri seenaa Itoophiyaa olaanaan loltuudha. Lubbuusaa bakka bu’aa hin qabne aarsaa godhee biyyaafi dhaloota cimsee dhaaba; raayyaan gandaafi mandararra cehee kaayyoo guddaafi aarsaaf qohaa’e biyya baraara. Qorumsi Raayyaa Ittisaa sadarkaa garaagaraarratti mudate sadarkaafi humna wayya qabuun deebi’ee akka dhalatu isa taasiseera. Humnasaa kanatti fayyadamee jaalalaafi amanamummaa kana caaluun tajaajiluu qaba. Daandiiwwan Raayyaan Ittisaa Biyya sochii

Uncategorized

Tokkummaa ilaalchaa fi gochaa cimsuun imala badhaadhinaa naannichaa itti fufsiisuuf hirmaannaan ni taasifama – Obbo Geetuu Wayyeessaa

Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhina Naannoo Haramaayaa Obbo Geetuu Wayyeessaa, tokkummaa ilaalchaa fi gochaa cimsuun imala badhaadhinaa naannichaa itti fufsiisuuf hirmaannaan ni taasifama jedhaniiru. Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhina Naannoo Hararii obbo Geetuu Wayyeessaa bara bajataa 2016 xumurame kana keessatti yaadota jijjiiramaa gonfachuu fi hojiirra oolchuun, duudhaalee obbolummaa fi wal deeggarsa ummataa dagaagsuun, nagaa lafa

Scroll to Top