October 2024

nagenyaa

Magaalaa Hararitti Waldhabdeen Masjiida Imaam Ahmad Algaaziitti uumame karaa nagaatiin furame- Sheek AbdulSalam Jibriil

Harar,Fulbana 29/2017 (W.DH.K.N.H):- Pireezidaantiin Mana Marii Ol’aanaa Dhimmoota Islaamaa Harar Sheek Abdulsalaam Jibriil magaalaa Hararitti waldhabdeen Masjiida Imaam Ahmad Algaazii keessatti uumame karaa nagaatiin furmaata argachuu isaa beeksisan. Manni Marii Ol’aanaa Dhimma Islaamaa Naannoo Harar naannaawa arattanyaatti waldhabdeen tibbana Masjiida Imaam Ahmad Algaazii, jedhamee beekkamu keessatti uumame karaa nagaatiin furamuu beeksise. pireezdaantii mana marichaa Sheek […]

nagenyaa

Naannoo Hararitti hojiin tola ooltummaa gannaa maallaqa birrii miiliyoona 114 olitti shallagamu hojjetameera – Obbo Geetuu Woyyeessaa

Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannoo Hararii obbo Geetuu Woyyeessaa akka jedhanitti ji’oota sadan darbanitti naannoo Harariitti hojiin tola ooltummaa birrii miiliyoona 114 olitti shallagamu hojjatamuun hawaasa galii gadi aanaa qaban fayyadamoo taasisuu ibsaniiru. Hojii tola ooltummaa gannaatiin ji’oota sadan darbanitti hojjetamaa ture ilaalchisee ibsa kannaniin hojiin tola ooltummaa yeroodhaa gara yerootti guddachaa akka jiru

Scroll to Top