Ibsa Mana Marii Nageenyaa Naannoo Hararii irraa kenname.
bsa Mana Marii Nageenyaa Naannoo Hararii irraa kenname. Manni Marii Nageenyaa Naannoo Hararii dhimmoota haala yeroo naannoo ilaalchisee ibsa baase. Guutummaan ibsichaa akka armaan gadiitti dhihaateera. Nagaan qabeenya guddaa harka hunda keenyaa jiru akka ta’e beeknee sirnaan kunuunsinee itti haa fayyadamnuu. Kabajamtoonni jiraattoota baadiyyaa fi magaalaa naannoo keenyaa, abboottii amantaa, maanguddoonni, Abboottii Gadaa, hojjetoota mootummaa, […]