




Harar,Fulbana 29/2017 (W.DH.K.N.H):- Pireezidaantiin Mana Marii Ol’aanaa Dhimmoota Islaamaa Harar Sheek Abdulsalaam Jibriil magaalaa Hararitti waldhabdeen Masjiida Imaam Ahmad Algaazii keessatti uumame karaa nagaatiin furmaata argachuu isaa beeksisan. Manni Marii
Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannoo Hararii obbo Geetuu Woyyeessaa akka jedhanitti ji'oota sadan darbanitti naannoo Harariitti hojiin tola ooltummaa birrii miiliyoona 114 olitti shallagamu hojjatamuun hawaasa galii gadi aanaa
Manni marchaa boordii damee investimentii olaantummaan hoogganu raggaasise. Harar, Hagayya 22, 2016 (W.DH.K.M.N.H) Manni marii naannoo Hararii boordii damee investimentii olaantummaan hoogganu raggaasise. Manni marii bulchiinsaa naannoo Hararii dambii boordii
bsa Mana Marii Nageenyaa Naannoo Hararii irraa kenname. Manni Marii Nageenyaa Naannoo Hararii dhimmoota haala yeroo naannoo ilaalchisee ibsa baase. Guutummaan ibsichaa akka armaan gadiitti dhihaateera. Nagaan qabeenya guddaa harka
Bu'urri seenaa Itoophiyaa olaanaan loltuudha. Lubbuusaa bakka bu'aa hin qabne aarsaa godhee biyyaafi dhaloota cimsee dhaaba; raayyaan gandaafi mandararra cehee kaayyoo guddaafi aarsaaf qohaa'e biyya baraara. Qorumsi Raayyaa Ittisaa sadarkaa
Tajaajila Keenya ijoo
Nageenya hawaasaa eeguu, hawaasa hirmaachisuu, fi yeroo hatattamaa deebii ariifataa kennuu mirkaneessuuf of kennine ni hojjanaa.
Nageenya Uummataa fi Seera kabachiisuu
Tajaajila poolisii to’achuu, nageenya hawaasaa hordofuu, fi taateewwan nageenyaa mudataniif deebii kennuudhaan Naannoo Hararii keessatti seeraa fi sirna eegsisuuf waadaa seenne Kabachisuuf nii hojjanna.
Waldhabdee Hiikuu fi Hirmaannaa Hawaasaa
Waldhabdee ittisuu fi walqunnamtii nagaa guddisuuf miseensota hawaasaa fi bulchitoota naannoo waliin walitti dhiyeenyaan hojjenna.
Leenjii Nageenyaa fi Ijaarsa Dandeettii
Sagantaa leenjii itti fufiinsa qabuun gareen keenya mirga namoomaa kabachiisuuf, itti gaafatamummaa heera mootummaa hubachuuf, akkasumas fedhii nageenya naannootiif deebii bu’a qabeessa ta’e akka qabu ni mirkaneessina
Oduu
Nageenya, Tokkummaa, fi Nagaa Misomaa Nanoo Hararii mirkanessuu
Nageenya hawaasaa kabachiisuu, haqaa guddisuu, fi hawaasa nageenya qabu jiraattota hundaaf guddisuuf kutannoo qabna. Waliin taanee naannoo nagaa fi tasgabbiin itti dagaagu uumuuf ni hojjenna.

Latest Post
Yaada Kessan Nuu Qooda
Address
Bote Road, Harar City,
Harari Regional State, Ethiopia
info@example.com
contact@example.com
Phone No
+123 456 7890
+987 654 3210
Business Hours
Weekdays - 8AM to 5PM
Weekends- OFF