Bu’urri seenaa Itoophiyaa olaanaan loltuudha. Lubbuusaa bakka bu’aa hin qabne aarsaa godhee biyyaafi dhaloota cimsee dhaaba; raayyaan gandaafi mandararra cehee kaayyoo guddaafi aarsaaf qohaa’e biyya baraara.
Qorumsi Raayyaa Ittisaa sadarkaa garaagaraarratti mudate sadarkaafi humna wayya qabuun deebi’ee akka dhalatu isa taasiseera. Humnasaa kanatti fayyadamee jaalalaafi amanamummaa kana caaluun tajaajiluu qaba.
Daandiiwwan Raayyaan Ittisaa Biyya sochii jijjiiramaa keessa irra imale ilaalchisee waltajjiin hooggantoota mootummaa olaanaa waliin hubannaa waloo uumuuf qophaa’e kan milkaa’e ture.